NOS Membership Fee


Introduction to NOS

The field of Oromo studies has relatively been a neglected area of academic pursuit for too long. While a few organisations such as Oromo Studies Association (OSA) and individuals make formidable efforts to promote this field, there is a scarcity of depth and width of robust research activities in various disciplines. NOS strives to address this gap.

The Network of Oromo Studies (NOS) is established by Oromo scholars and friends of Oromo in 2015; registered non-profit organisation in the UK, and operates internationally.

The objective of The Network of Oromo Studies is to conduct and sponsor scientific research on issues relevant to Oromia and the Oromo people in all disciplines; document and conserve the Oromo indigenous and contemporary knowledge and practices.  NOS encourages bilingual research (English and Afaan Oromo) endeavours.

The first International conference was convened in 2016 at the University of East London, London.

The second conference is to be convened 1st and 2nd  September ,-2018 in  London. NOS is pleased to invite you to participate in this international conference. Please visit NOS website  :  http://networkoromostudies.com/ for further information   and direct any query to email: info@networkoromostudies.com

The Board of the Network of Oromo Studies (NOS).

  Turura Qoranno Oromo (TQO)

Hojin qorannoo Oromo yeroo dheraadhaf kan dagatamee turedha. Hoji kana dagaagsuf dhabbilleen qoranno muraasni  kan akka Waldaa Qoranno Oromo (OSA) fi hayyotni dhuunfaa ifaajee cimaa yoo godhaniyyu, qoranno fi qo’anno ballinaa fi gad fagenyaan gosa beekumsaa hundaan gochurratti hanqinni guddaan jira. Turura Qoanno Oromo (TQO) hanqina  kana dhiphisuf dhabbate.

TQO hayyota Oromoo fi firottan Oromotin bara 2015 biyya Inglizitti (UK) seeran kan dhaabbate, dhaabata bu’amalessa yammu ta’u hojisaa kan hojjatu adunyaa guutu kessatti.

Kaayyon TQO qorannoo sayinsawaa Oromiyaa fi Ummata Oromo ni fayyada jedhu ademsisuu fi gargaarsa gochuu, beekusumaa fi barsifannoo kufame ol kaa’uudha. TQOn qo’annoo Afaan Ingliziti fi Afaan Oromotin hojjatamu jajjabessa.

Ifaajee Kanaan bara 2016 konfaransii jalqabaa sadarkaa adunyaatti London ‘University of East London’tti ademsisera. Konfaransii lammaffaa Fulbaana 1-2,2018 London’tti ademsisa. Konfaransii kanarratti akka hirmaattanif TQO kabajaan isin afeera. Odeffanno bal’adhaf marsaritii TQO  http://networkoromostudies.com/ hordofaa.

Gaffii yo qabaattan karaa imeeli: info@networkoromostudies.com  nu barressaa.

Boordii Turura Qo’anno Oromo